1 Corinthians 14:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni tokko tokko ka isaan beekiisaa barbaadanu yoo jiraatte, abbuma manaa ifii manatti gaafatanuu ti; dubartiin takka wolde'a Kiristaanaa keessatti dubbachuun fokko'o.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo woi barachu feete ha manati d'iirsa ufi gaafatuuti. Waan guddo ch'eeraati yo nad'eeni woldeenna gumi keesati hasoofte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo wa'i barachuu feete ha manaatti dhiirsa ufii gaafattuuti. Waan guddoo ceeraati yo nadheen waldeenna gumii keessatti hasoofte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubarti'iif woldaa Kiristaanaa wodhakka'atti dubbachuun fokkuu waan ta'eef yoo woma kamuu baratuu fedhan mana ufiititti abbaa manaa ufii haa gaafatanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubarti'iif woldaa Kiristaanaa wodhaka'atti dubbachuun fokkuu waan ta'eef, woma kamuu baratuu yoo fedhan, mana ufiititti abbaa manaa ufii haa gaafatanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan tokko tokko beeku'uuf yoo barbaadan abbootii worraa isaanii mana isaanii titti haa gaafatan, yeroo woligayii kadhanna'aa titti dubarttiin dubbatuun waan maluu miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni tokko tokko ka isaan beekiisaa barbaadanu yoo jiraatte, abbuma manaa ifii manatti gaafatanuu ti; dubartiin takka wolde'a Kiristaanaa keessatti dubbachuun fokko'o.