1 Corinthians 14:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf obboleeyyan tiyya! Raaga dubbatiisaaf jabaadha'aa barbaada'a; afaan haareyaan dubbatiisalle hin dhoogginna'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani tiyya, garaa keesaniini aka dubbi Waaqa hasooftani jaalad'a, ammo afaani d'ibiini dubbacha nama ind'owiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleeyyaan tiyya, garaa keessaniin akka dubbii Waaqaa hasooftan jaaladhaa, ammoo afaan dhibiin dubbachaa nama hindhowinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf obboleeyyan tiyya! Raaga dubbachu'uuf jabeessa'aa barbaadaa'a; afaan haarawaan dubbachuu hin dhoogginaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf obboleeyyan tiyya! Raaga dubbachu'uuf jabeessa'aa barbaadaa'a; afaan haarawaan dubbachuu hin dhoogginaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yaa obboleeyyan! waan Waaqinni hime dubbachu'uuf ciminnaan barbaadaa, afaan adda addaatiin dubbachuu'llee hin dhooginaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf obboleeyyan tiyya! Raaga dubbatiisaaf jabaadha'aa barbaada'a; afaan haareyaan dubbatiisalle hin dhooggina'a.