1 Corinthians 14:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami afaan haareyaan dubbatu mataa ifii callaa ijaara; ka raaga dubbatu ammoo wolde'a kiristaanaa ijaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami afaani d'ibiini dubbatu ufi ch'alla qarqaara, ammo ka dubbi Waaqa dubbatu gumi ch'ufa qarqaara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii afaan dhibiin dubbatu ufi callaa qarqaara, ka dubbii Waaqaa dubbatu ammoo gumii cufaa qarqaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka afaan haarawa dubbatu uf ijaara. Ka raaga dubbatu ammo woldaa Kiristaanaa ijaara.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka afaan haarawa dubbatu uf ijaara. Ka raaga dubbatu ammoo woldaa Kiristaanaa ijaara.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni afaan adda addaatiin dubbatu ufi qofa ijaara, waan Waaqinni itti dubbate ka dubbatu garuu, woldaya amantootaa ni ijaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami afaan haareyaan dubbatu mataa ifii callaa ijaara; ka raaga dubbatu ammoo wolde'a kiristaanaa ijaara.