1 Corinthians 14:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni duudiin ammoo, karaa qajeela'aa fi seeraan te'uu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa kara qajeelatiifi ka adabatiini tolchu malani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufaa karaa qajeelatii fi ka adabaatiin tolchuu malan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo maruu haalaa fi seeraan haa ta'uu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, maruu haalaa fi seeraan haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu wonitti marrinuu akka tolutti seeraan haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni duudiin ammoo, karaa qajeela'aa fi seeraan te'uu ti.