1 Corinthians 14:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tultullaan afuufamee, qoonqoon isaalle qulloottee yoo beekkamuu dhadde, eennuttuu lolaaf qophowa ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iyanale yo aka dansa iyani male nami lola wo kurfefata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Iyyanaallee yo akka dansaa iyyan malee namii lolaa wa kurfeefataa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma xurumbaan laagaan isaa addaan bayee yoo hin beekkamne eentu lolaaf qophaaya ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma xurumbaan laagaan isaa addaan bayee yoo hin beekamne eentu lolaaf qophaaya ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Xurunbbaan qooniqqa hin beekkamineen yoo afuufamee, lolaaf eenutu qophaaya?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tultullaan afuufamee, qoonqoon isaalle qulloottee yoo beekkamuu dhadde, eennuttuu lolaaf qophowa ree?