1 Corinthians 15:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre analle te'e isaan, woma kana lallana; isinille waanuma kana dhugeeffattane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ato naraa d'ufte yokhaani worra iraa d'ufte, nuuni ch'ufti waan kana barsiimna, isanileeni waan kana d'ugefattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf adoo narraa yokaan warra irraa dhuftee, nuun cuftii waan kana barsiimna, isaniilleen waan kana dhugeeffattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu anii fi isaanillee sanuma lallabna; isinillee ka amantan sanuma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu anii fi isaanillee sanuma lallabna; isinillee ka amantan sanuman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ana ta'ee isaan'llee ka barsiifnnu isuma kana, isin'llee ka amanttan kanuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre analle te'e isaan, woma kana lallanna; isinille waanuma kana dhugeeffattane.