1 Corinthians 15:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos du'aa akka ka'e eega lallabame, isin keessaa worri gariin attamiin du'aa ka'iis worra du'ee hin jiru jedhan ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo d'aamsi keenna, Kristoni duisa keesaa ya kae jed'u, isaniini gari akamiini, Nami due inkau jettani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo dhaamsii keenna, Kiristoon du'a keessaa ya ka'e jedhuu, isaniin garii akkamiin, “Namii du'e hinka'u” jettan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos du'aa akka ka'e yoo ka himamu ta'e, isin keessaa gari gariin du'aa ka'uun hin jiru attamitti jedhan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos du'aa akka ka'e yoo ka himamu ta'e, isin keessaa gari gariin du'aa ka'uun hin jiru attamitti jedhan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Kristos du'aa akka ka'e ka barsiifnnu yoo ta'e, isin jiddu'uu tokko tokkoo du'aa ka'iinssi hin jiru attamitti jedhan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos du'aa akka ka'e eega lallabame, isin keessaa worri gariin attamiin du'aa ka'iis worra du'ee hin jiru jedhan ree?