1 Corinthians 15:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jiruu biyya lafaa tana calla'aaf Kiristoositti yoo addannee jiraanne, namoota duudii caalaa ka nayuu qabanuuf nu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo abdiini teenna ta Kristo jireenna kana ch'alla keesa jiraatte, nu nama lafa tana ch'ufa ira naasu feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo abdiin teenna ta Kiristoo jireenna kana calla keessa jiraatte, nu nama lafa tanaa cufaa irra naasuu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireennuma tana calla'aan yoo Kiristoosiin abdii godhanneerra ta'e, namoota maraa caalaa nu nama womaa hin beenne ka gaddaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jireennuma tana calla'aan yoo Kiristoosiin abdii godhanneerra ta'e, namoota maraa caalaa nu nama womaa hin beenne ka gaddaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristosiin abddii ka taasfannu jireenna biyya lafaa kana qofaaf yoo ta'e, namoota mara irra caala'atti ka nuuf gaddamu ta'uu keenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruu biyya lafaa tana calla'aaf Kiristoositti yoo addannee jiraanne, namoota duudii caalaa ka nayuu qabanuuf nu'u.