1 Corinthians 15:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Oduu Gammadaa ta ani isinitti lallabe jabeessitanee yoo qabattane, ittiin hin fayyitan; yoo san te'uu dhadde ammoo, dhugeeffannaan teessan gatii hin qaddu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Odu Dansa suniini baafamtani, yo jabeesitani, yo ufumaa d'ugefattani male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Oduu dansaa suniin baafamtan, yo jabeesitan, yo ufumaa dhugeefattan male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo duwwaa amantan malee dubbii attamiitiin akka isinitti lallabe isin qaabsisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo duwwaa amantan malee dubbii attamiitiin akka isinitti lallabe isin qaabsisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isin barsiise dubbii wongeela jabeesitanii yoo qabattan isaan ni fayyitan, yoo kana ta'uu dhabaate garuu, ka amanttan tasaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduu Gammadaa ta ani isinitti lallabe jabeessitanee yoo qabattane, ittiin hin fayyitan; yoo san te'uu dhadde ammoo, dhugeeffannaan teessan gatii hin qaddu.