1 Corinthians 15:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos ammoo dhugumaan du'aa ka'ee, worra du'eef angafa te'ee du'aa ka'a isaanille mirkaneesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo dubbini d'uga tana — Kristo ya duisa keesaa kaasani, inni worra due keesa nama qara ka duisa keesaa kaasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo dubbiin dhugaa tana Kiristoo ya du'a keessaa kaasan, innii warra du'e keessaa nama qaraa ka du'a keessaa kaasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo Kiristoos worra du'anii hangafa ta'ee du'aa ka'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo Kiristoos worra du'anii hangafa ta'ee du'aa ka'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Kristos worra du'aaniif du'aa ka'uun hangafa ta'ee, dhugamaanuu du'aa ka'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos ammoo dhugumaan du'aa ka'ee, worra du'eef angafa te'ee du'aa ka'a isaanille mirkaneesse.