1 Corinthians 15:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami marti akkuma Addamiin du'u, akkasuma nami marti Kiristoosiin jiruu hin dhaggata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nami ch'ufti Adamu keesa duu, akasuma Kristo keesale nama ch'ufa duisa keesaa kaasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma namii cuftii karaa Adamuu gulaan du'e, akkasuma karaa Kiristoo gulaan nama cufa du'a keessaa kaasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma namni maruu karaa Aadamiitiin du'an; akkasuma maruu Kiristoosiin jiraattota waan ta'aniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma namni maruu karaa Aadamiitiin du'an, akkasuma maruu Kiristoosiin jiraattota waan ta'aniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee Addaamiin naminni marrinuu akkuma du'u, akkuma kana waayee Kristositiin naminni marrinuu jireenna ni argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami marti akkuma Addaamiin du'u, akkasuma nami marti Kiristoosiin jiruu hin dhaggata.