1 Corinthians 15:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Kiristoos bulchitoota, worra baallii qabuu fi hunna qabu balleessee, mootummaa Waaqa Abba'atti yennaa kennu, muummeen biyya lafaa hin teeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa muummeeni d'uftu Kristoni hayyootafi jabeennaafi humna ch'ufa dabsateti Finna ch'ufa harka Waaqa Abbati kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa muummeen dhuftu Kiristoon hayyoota, jabeennaa fi humna cufaa dabsateetti Finna cufaa harka Waaqaa Abbatti kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Henna'aan maayii jeennata isaa Rabbi Abbaa isaatii dabarsee hennaa kenne, bulchiinsaa fi baallii maraa haga diigeen maayessa dhuma baraa ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Henna'aan maayii jeennata isaa Rabbi Abbaa isaatii dabarsee hennaa kenne, bulchu'uuf baallii maraa haga diigeen maayessa dhuma baraa ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Inni kuta'aa bulichu, aangoo fi humnna mara'llee balleessee mootummaa Waaqa Abba'aatiif yeroo kennutti, muummeen biyya lafaa ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Kiristoos bulchitoota, worra baallii qabuu fi hunna qabu balleessee, mootummaa Waaqa Abba'atti yennaa kennu, muummeen biyya lafaa hin teeti.