1 Corinthians 15:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi diinota isaa mara miila isaa jala haga keyutti, Kiristoos moowuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kristoni fidu male, haga Waaqi nyaapa ch'ufa dabsate miila isaa jala naquuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoon fidu malee, haga Waaqii nyaapha cufaa dabsatee miila isaa jala naquutti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga diintota isaa maraa luka isaa jala godhuufiif jeennanni ta isaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga dintoota isaa maraa luka isaa jala godhuufiif jeennanni ta isaati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni diinota isaa maraa aangoo isaa jala haga isaaf taasisuufitti, Kristos mootomuun ni malaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi diinota isaa mara miila isaa jala haga keyutti, Kiristoos mowuu qaba.