1 Corinthians 15:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni duudiin baallii Kiristoosiitiin jala teeteen duuba, Ilminuu Waaqa waan duudii isaan jala godhe jala ifi godha; Waaqille waan mara guutumatti hin bulcha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo waan ch'ufa miila Kristo jala naqani, yoosi Ilmileeni, Waaqa jala ufi kaya, ka waan ch'ufa isa jala naqe; duuba Waaqi waan ch'ufa kara ch'ufaani fida.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo waan cufaa miila Kiristoo jala galchan, yoos Ilmiilleen, ka waan cufaa miila isaa jala galchan, Waaqaa jalaa ufi kaya; Waaqii duuba waan cufaa karaa cufaan fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti maruu haga baallii Kiristoosii jala ta'een maayii, Ilmillee Rabbii waa maraa isa jala godhe san jala uf taasisa. Rabbillee waa maraa guutumatti bulcha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti maruu haga baallii Kiristoosii jala ta'een maayii, Ilmillee Rabbii waa maraa isa jala godhe san jala uf taasisa. Rabbillee waa maraa guutumati bulcha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti marrinuu aangoo Kristosii jala eega ta'een duubatti, Waaqinni Abbaan mara waan maraan akka ta'uuf, Ilmi mataan isaa waan maraa aangoo isaatiin jala ka isaa taasiseef, aangoo Waaqa Abba'aa jala ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni duudiin baallii Kiristoosiitiin jala teeteen duuba, Ilminuu Waaqa waan duudii isaan jala godhe jala ifi godha; Waaqille waan mara guutumatti hin bulcha.