1 Corinthians 15:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan ifiif fudhadhe ka waan duudii caalu isinii dabarseera; wonni ani isinii dabarselle: akkuma Barreeffama Woyyicha keessatti barreenfante Kiristoos cubbuu teennaaf du'ee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi jabdu ta nati odeesani anileeni isaniti dabarse: ta Kristoni maro daba keennatiifi due jettu, akuma t'aafi keesati t'aafani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii jabdu ta natti odeessan aniilleen isanitti dabarse: ta Kiristoon marroo daba keennaatiif du'e jettu, akkuma barreessii keessatti xaafan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan fudhadhe waan maraa dura dabarsee isinii kenne, akkuma kitaabni jedhu; Kiristoos waan cubbuu keennaatiif du'ee awwaalame;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani waan fudhadhe waan maraa dura dabarsee isinii kenne, akkuma kitaabni jedhu; Kiristoos waan cubbuu keennaatiif du'ee awwaalame;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani ka fudhadhee sadarkkaa jalqabaa waan jiru isiniif dabarssee jira, wonitti isiniif dabarsse'llee kitaaba Qulqulluu keessatti akkuma barreeffame, Kristos waayee cubbuu keennaatiif ni du'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan ifiif fudhadhe ka waan duudii caalu isinii dabarseera; wonni ani isinii dabarselle: akkuma Barreeffama Woyyicha keessatti barreenfante Kiristoos cubbuu teennaaf du'ee,