1 Corinthians 15:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuutille maaf yennaa mara balaa keessa ifi galchina ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu maanifu hojja ch'ufa gaargala dua keesa ufi seensimna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu maaniif yo cufaa gaargala du'aa keessa ufi seensimna ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee hennaa maraa maaf jireenna nama sodaachisu keessa jiraanna ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nullee hennaa maraa maaf jireenna nama sodaachisu keessa jiraanna ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'llee taanaan saa'aatimaan galtte'eef saaxilama'aa ka jiraannu maaliif?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuutille maaf yennaa mara balaa keessa ifi galchina ree?