1 Corinthians 15:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hin gowwoomina'a! “Hari'aan badduun amala dansaa balleessiti”.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Insobamiina: waheli hamaani adaba dansa iyaka.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Insobamiinaa! Waahelii hamaan adaba dansaa inyakkaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin wollaalinaa'a! «Goshoon hamaan amala mishaa namaa balleessa»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hin wollaalinaa'a! «Goshoon badaan amala mishaa namaa baleessa»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hin sobaminaa, «Waahelli hamaan amala mishaa ni balleessa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hin gowwoomina'a. «Hari'aan badduun amala dansaa balleessiti».