1 Corinthians 15:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara qalbii teessanii deebi'a'a. Cubbuulle hin hujina'a. Isin keessaa worri gariin ka Waaqa hin beenne jira. Ani sin qaanessiisaaf tana dubbadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbi teesaniti deebia, kara keesani ka daba lakisa. Nami gari waan Waaqa imbeekhu; anini aka isani ch'eertanifi jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa keessan ka daba lakkisaa, qalbii teessanitti deebiyaa. Isan keessa namii garii waan Waaqaa hinbeeku; tana ammoo anin akka isan ceersuuf jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qajeellumma'aan dammaqaa'a. Cubbuullee hin hujinaa'a; worri Rabbiin hin beenne waan jiraniif, isin saalfachiisu'uuf kana jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qajeellumma'aan damaqaa'a. Cubbuullee hin hujinaa'a; worri Rabbiin hin beenne waan jiraaniif, isin saalfachiisu'uuf kana jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara qalbbii teessanii deebi'aa, cubbuu'llee hin hojjatinaa, isin jiddu'uu tokko tokko ka Waaqa hin beekinne ni jiran. Kana'llee ka jedhuuf akka saalfattaniif jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara qalbii teessanii deebi'a'a. Cubbuulle hin hujina'a. Isin keessaa worri gariin ka Waaqa hin beenne jira. Ani isin qaanessiisaaf tana dubbadha.