1 Corinthians 15:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin qamadi'ii yookiin midhaan dhibiin ka ati facaattu, sanyuma qofa malee, nafa midhaanii ka latu sanii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti atini oobritu sunini sanyuma, hegeri dargaye yokhaani mid'aani d'ibi ammo mid'aani bahu jiruniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii atin oobritu sunin sanyuma, hegerii dargaayyee yokaan midhaan dhibii, malee midhaan bahu jiraatiiniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qamadii facaafta yoo ta'e, ka bifa biraa irraa tokko yoo ta'e, ka facaaftu diqqo'o malee, ka facaaftu ka nafa ta'uu miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qamadii facaafta yoo ta'e, ka bifa biraa irraa tokko yoo ta'e, ka facaaftu diqqo'o malee, ka facaaftu ka nafa ta'uu miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati yoo facaafttu'llee sanyii qamadi'ii yookiin midhaan bira'aa qofa ni facaaftta malee, biqilttuu maa'ii irra bayuu miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin qamadi'ii yookiin midhaan dhibiin ka ati facaattu, sanyuma qofa malee, nafa midhaanii ka latu sanii moti.