1 Corinthians 15:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo akka jaalatetti nafa hin kennaaf; tokko tokkoofille akkuma gosa sanyi'iititti nafa hin kennaaf.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqati nafa fed'u mid'aani suni kenna, isumati nafa maleefi kennaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaatti nafa fedhu midhaan sunii kenna, isumaatti nafa maleef kennaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo akkuma jaalate nafa keenna maraa isaan ittisuu akkuma gosa isaaniititti sanyii nafa ufii isaanii kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi ammoo akkuma jaalate nafa kennaa maraa isaan ittisuu akkuma gosa isaaniititti sanyii nafa ufii isaanii kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni garuu sanyi'iif akka barbaadetti qaama ni kennaaf, tokko tokkoo sanyii isaaniitiifuu qaama adda addaa ni kennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo akka jaalatetti nafa hin kennaaf; tokko tokkoofille akkuma gosa sanyi'iititti nafa hin kennaaf.