1 Corinthians 15:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
awwaalamee, akkuma Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffantetti, guyyaa sadiin duuba du'aa ka'eera ta jettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani isa awaalani, gaafa sadeeso isa kaasani, akuma t'aafi keesati t'aafani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkumaa xaafii keessatti xaafan isa awwalaan gaafa sadessoo isa kasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka kitaabni jedhe guyyaa sadeesso'ootitti ka'ee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
akka kitaabni jedhe guyyaa sadaffa'aatitti ka'ee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ni awwaalame, kitaabban Qulqulluu keessatti akkuma barreeffametti'llee, guyyaa sadaffaa titti du'aa ni ka'e ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
awwaalamee, akkuma Barreeffama Woyyicha keessatti barreeffantetti, guyyaa sadiin duuba du'aa ka'eera ta jettu.