1 Corinthians 15:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nafi worra ol-gubba'aa jira; nafi worra lafaalle jira. Teetuu malee ulfinni nafa worra ol-gubba'aa gosa tokko; ulfinni nafa worra lafaalle gosa dhibi'i.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nafa lafatiifi ka gubbati jira; mid'aagumti ta lafatiifi ta gubbaleeni injirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee nafa lafatii fi ka gubbaatti jira; midhaagumtii ta lafaatii fi ta gubbaalleen injirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma nafti sami'iillee jira, nafti lafaa jira; haa ta'uu ammo ulfinni nafa sami'ii adda; ulfinni nafa biyya lafaallee adda.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma nafti sami'iillee jira, nafti lafaa jira; haata'uu ammoo ulfinni nafa sami'ii adda, ulfinni nafa biyya lafaallee adda.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana qaaminni sami'ii ni jira, qaaminni ka lafaa'llee ni jira, garuu qaaminni sami'ii ulfinni isaa bifa tokko, qaaminni ka lafaa'llee ulfinni isaa bifa bira'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi worra ol-gubba'aa jira; nafi worra lafaalle jira. Teetuu malee ulfinni nafa worra ol-gubba'aa gosa tokko; ulfinni nafa worra lafaalle gosa dhibi'i.