1 Corinthians 15:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka'iis worra du'eelle akkasuma te'a. Nafi du'ee awwaalamee badu, nafa jiraataa hin banne te'ee ka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa worra due jireennati kaasani akana. Reefi awaalani waan duati; hojja kaasani iti deebie induu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ka'iisii warra du'eelleen hegerii akkasuma ta'a. Reeffii awwaallan waan du'aatti; yo kaassan ammoo itti deebii'ee hindu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'aa ka'uun worra du'aniillee akkanuma, shamnanaan facaafama; qaama hin shamneen ka'a. Salphinnaan facaafama; ulfinnaan ka'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'aa ka'uun worra du'aniillee akkanuma, shamnanaan facaafama. Qaama hin shamneen ka'a. Salphinnaan facaafama; ulfinnaan ka'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haalli namoota du'aa ka'anii'llee kanuma fakkaata, qaama du'u ka badu ta'ee ka facaafame, qaama hin badinne jiraataa ta'ee ni ka'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka'iis worra du'eelle akkasuma te'a. Nafi du'ee awwaalamee badu, nafa jiraataa hin banne te'ee ka'a.