1 Corinthians 15:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nafi salphinnaan awwaalame, ulfinnaan hin ka'a; nafi dadhabaan awwaalame, hunnaamessa te'ee hin ka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja awaalani fuuli hamafi laafa; gaafa kaasani mid'aagaa dansa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fuulii yo awwaallan hamaa fi laafaa; gaafa kaassan ammoo midhaagaa dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dadhabbi'iin facaafama; jabeennaan ka'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dadhabbi'iin facaafama; jabeennaan ka'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Salphinnaan ka facaafame ulfinnaan ni ka'a, dadhabaa ta'ee ka facaafame jabaataa ta'ee ni ka'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi salphinnaan awwaalame, ulfinnaan hin ka'a; nafi dadhabaan awwaalame, hunnaamessa te'ee hin ka'a.