1 Corinthians 15:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam woyyichi, “Nami qaraa Addaam foon jiruu qabu te'e” jedha; Addaamiin duuba ammoo, Ayyaana jiruu kennu te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu: Nama qara, Adamu, nama jiru uumani; ammo Adamuni muumme lubbu jireenna namaa kennitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessiin qulqulloon. “Nama qaraa, Addaam, foon lubbuu qabaa uuman” Addamii, duuba ammoo hafuura jireennaa namaa kennu uuman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammo, «Namni duraa Aadam lubbu'uun jiraataa ta'e» jedhamee barreeffameera, Aadamiin maayessaa ammo Ayyaana jireenna kennu ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammoo, «Namni duraa Aadam lubbu'uun jiraataa ta'e» jedhamee barreeffameera, Aadamiin maayessa ammoo Ayyaana jireenna kennu ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Naminni jalqabaa Addaam uumama jiraataa ni ta'e» jedhamee barreeffamee jira, Addaamiin maai'ii Kristos garuu, hafuura jireenna kennu ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam woyyichi, «Nami qaraa Addaam foon jiruu qabu te'e» jedha; Addaamiin duuba ammoo, Ayyaana jiruu kennu te'e.