1 Corinthians 15:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami duraa Addaam lafa irraa waan dadameef, nama biyya lafaati; namichi lammeesso'oo ol-gubbaa irraa dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Adamu qara biyye lafatiini uumani: Adamuni lameeso gubbaa d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Addamii qaraa biyyee lafatiin uuman; Addamiin lameessoo ammoo gubbaa dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni dura lafa irraa waan uumameef ka lafaati, namni lammeesso'oo ammo samii irraa dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni dura lafa irraa waan uumameef ka lafaati, namni lammaffaan ammoo samii irraa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni jalqabaa Addaam ka uumame lafa irraa waan ta'eef ka lafaat, Naminni lammaffaa ka dhufe samii irraayyi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami duraa Addaam lafa irraa waan dadameef, nama biyya lafaati; namichi lammeesso'oo ol-gubbaa irraa dhufe.