1 Corinthians 15:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra lafaa ka te'ane, namicha lafa irraa dadame fakkaatan; worra ol-gubba'aa ka te'ane nama ol-gubba'aa dhufe fakkaatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri biyye aka nama biyyeeni uumani jira; worri gubbaa aka nama gubbaa d'ufe jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii biyyee akka nama biyyeen uuman jira; warrii gubbaa akka nama gubbaa dhufee jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri lafa irraa akkuma nama biyya lafaa san; worri samii irraa dhufan akkasuma nama samii irraa dhufe san.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri lafa irraa akkuma nama biyya lafaa san; worri samii irraa dhufan akkasuma nama samii irraa dhufe san.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lafaa irraa ka ta'an akkuma ka lafa irraa uumamaniiti, sami'ii ka ta'an akkuma isa ka sami'ii dhufeeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra lafaa ka te'ane, namicha lafa irraa dadame fakkaatan; worra ol-gubba'aa ka te'ane nama ol-gubba'aa dhufe fakkaatan.