1 Corinthians 15:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Nami foonii fi dhiigaan mootummaa Waaqaa dhaaluu akka hin dandeenne, yookiin nafi du'aan badu nafa jiraataa hin banne akka hin dhaalle isinitti hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini jechu jiru tana, oboleyaani: wonti nafafi d'iiga qaba qooda Finna Waaqa inargatu, ammalle wonti dua dandeete duu ufi ind'owartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, wantii foonii fi dhiigaa qabaa qooda mootummaa Waaqaa hinargattu, ammallee wantii du'aa dandeettee du'uu ufi hindhowartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo obboleeyyan tiyya! Akkana jedha; foonii fi dhiinni jeennata Rabbii dhaaluu hin danda'an; ka shamullee ka hin shamne hin dhaalu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, obboleeyyan tiyya! Akkana jedha; foonii fi dhiinni jeennata Rabbii dhaaluu hin danda'an. Ka shamullee ka hin shamne hin dhaalu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! wonitti isinitti himu kana, foonii fi dhiiginni Mootummaa Waaqaa hin dhaalan, akkuma kana qaaminni du'uu ka badu ka hin badinne, qaama hin banne jiraataan ka hin badinne hin dhaalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Nami foonii fi dhiigaan mootummaa Waaqaa dhaaluu akka hin dandeenne, yookiin nafi du'aan badu nafa jiraataa hin banne akka hin dhaalle isinitti hima.