1 Corinthians 15:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhossaa takka isinitti hima. Nuuti maraa hin jijjiiranna malee hin duunu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'ossa kana ch'aqasa: nuuni ch'ufti indoonu, ammo nu jijirani, maro tokotu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nuun cuftii injijiiramna malee, hindoonu; wantii dhossaa ta ani isanitti himuuf jedhe tana. Hes 4:15-17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mee dhossaa tokko isinitti hima. Nu maruu hin duunu; haa ta'uu ammo yoo xurumbaan maayessaa afuufame nu maruu akkuma tasaa haga limsuu ijaatitti hin jijjiiramna,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mee dhossaa tokko isinitti hima. Nu martuu hin duunu; haata'uu ammoo xurumbaan maayessaa yoo afuufame nu maruu akkuma tasaa haga limsuu ijaatitti hin jijjiiramna, xurmbaan waan afuufamuuf worri du'ellee ka hin shamne ta'anii ka'an, nullee hin jijjiiramna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, dhossaa tokko isinitti ni hima. Nu'u marri keennaa hin duunu, garuu marri keennaa ni jijjiiraminna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhossaa takka isinitti hima. Nuuti maraa hin jijjiiranna malee hin duunu.