1 Corinthians 15:52 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tultullaan muume'ee yennaa afuufamu, nuuti akka lipheettii ilaa takkumaan hin jijjiiranna. Tultullaan hin afuufama; worri du'e ka hin banne te'ee hin ka'a; nuutille hin jijjiiranna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka ila lifsattu, hojja magalata muumme d'aani. Wonti akanatiifi hojja d'aani, worra due aka deebiani indoone duisa keesaa kaasani, nuuni ch'ufti jijiramna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka ila lifsattu, hojja magalataa muummee dhaan. Wantii akkanaatiif yo dhaan, warra du'e akka deebi'anii hindoone du'a keessaa kaasan, nuun cuftii injijiramna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
xurmbaan waan afuufamuuf worri du'ellee ka hin shamne ta'anii ka'an; nullee hin jijjiiramna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka jijjiiraminnu'llee xurunbbaan laali'ii ka muumme'ee yeroo afuufamutti akka limsata ijaa yeroo tokkotti. Xurunbbaan laali'ii ni afuufama, namoonni du'an'llee ka hin badinne jiraattota ta'anii ni ka'an, nu'llee ni jijjiiraminna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tultullaan muumme'ee yennaa afuufamu, nuuti akka lipheettii ilaa takkumaan hin jijjiiranna. Tultullaan hin afuufama; worri du'e ka hin banne te'ee hin ka'a; nuutille hin jijjiiranna.