1 Corinthians 15:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre nafi badu kun ka hin banne, nafi du'u kunille ka hin duune yennaa uffatu, Barreeffam woyyichi, “Duuti injifacha'aan liqinfante”;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojja wonti hobaa waan inhobaane keyatte, ammalle hojja wonti dua waan indoone keyatte, gaafasi d'ugaani t'aafi mullatti ta, Dua la liqimsani; dabsachaani ya qit'oofte! jettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba yo wantii hobbaa waan hinhobbaane keeyyatte, ammallee yo wantii du'aa waan hindoone keeyyatte, gaafas dhugaan barreessan ta, “Du'aa la liqimsan; dabsachaan ya qixoofte!” jettu mullatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ka shamu kun ka hin shamne yoo uffatu, ka du'u kunillee ka hin duune yoo uffatu hennaa san dubbiin, «Duuti mooyatamu'uun liqimfame» jedhamee barreeffame hin raawwatama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, ka shamu kun ka hin shamne yoo uffatu, ka du'u kunillee ka hin duune yoo uffatu hennaa san, «Duuti mooyaatamu'uun liqimfame» jedhamee dubbiin barreeffame hin raawwatama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun ka badu ka hin badinne, kun ka du'u'llee ka hin duune yeroo itti uffatutti, «Duuti injifanno'oon moo'atamaan ni liqimfame!» jedhamee, ka barreeffame ni raawwatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nafi badu kun ka hin banne, nafi du'u kunille ka hin duune yennaa uffatu, Barreeffam woyyichi, «Duuti injifacha'aan liqinfante»;