1 Corinthians 15:57 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo Waaqa Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin injifachaa nu'uu keennuuf galanni te'u!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo galati Waaqa imbadiini, ka dabsacha nuu kennu maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo galatii Waaqaa hinbadiin, ka marroo Aabboo keenna Yesus Kiristootiif dabsachaa nuu kennu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Rabbii karaa Gooftaa kenna Yesuus Kiristoosiitiin mooyannaa nuu kennuu galanni haa ta'u!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo karaa Gooftaa kenna Yesuus Kiristoosiitiin mooyannaa ka nuu keennu Rabbii galanni haata'u!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin injifannoo ka nuuf kennu, Waaqaaf galanni haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Waaqa Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin injifachaa nu'uu kennuuf galanni te'u!