1 Corinthians 15:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Saniin duuba hordofattoota ifii ka dhibba shaniin ol te'anutti yennaa tokkotti mudhate; hedduun isaanii haga ammaa hin jiran; gariin ammoo du'aneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni inni guyya toko oboleyaani nama d'ibba shaniti mullate; ta gari ammalle injirti ato ta gari dootele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii sun innii guyyaa tokko obboolleeyaan nama dhibba shaniitti mullate; warra keessaa adoo ta garii dooteellee ta garii ammallee injirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayiillee obboleeyyan dhibba shanii caalanitti hennaa tokkoon mudhate. Isaan keessaallee garri caalu haga ammaa hin jiran. Gari gariin ammo du'aniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayiillee obboleeyyan dhibba shanii caalanitti hennaa tokkoon isaanitti mudhate. Isaan keessaallee garri caalu haga ammaa hin jiran. Gari gariin ammoo du'aniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Horddofttoota isaa ka dhibba shan caalanitti'llee yeroo tokkoon ni muldhate, isaan keessaa'llee baay'een isaanii haga amma titti lubbu'uun ni jiran, tokko tokko garuu du'anii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saniin duuba hordofattoota ifii ka dhibba shaniin ol te'anutti yennaa tokkotti mudhate; hedduun isaanii haga ammaa hin jiran; gariin ammoo du'aneeran.