1 Corinthians 16:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma marroo gargaarsa kolbaa Waaqaa ilaalchisee, waan ani wolde'a kiristaana Galaatiya'aatii hime, isinille godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan hori gumi Waaqa ta Yudea jirtuni qarqaarani ka isani na gaafattani, anini akana jed'a: waan anini gumi Galatiatini tolcha jed'e tolchuu maltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma waan horii gumii Waaqaa ta Yihudaa jirtun qarqaraan ka isan na gaafattan, anin akkana jedha: waan anin gumii Galaatiyaatiin tolcha jedhe tolchuu maltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoota Rabbiitii birrii wolitti fuudhuu akkuma Woldaa Kiristaanaa ka Galaatiya'aatii seera baase, isinillee akkasuma godhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyoota Rabbiitii birrii wolitti fuudhuu akkuma Woldaa Kiristaanaa ka Galaatiya'aatii seera baase, isinillee akkasuma godhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee qarshii gargaarssa amanttootaa wolitti qabamuutiif, woldaya amanttoota Galaatiya'aatiif akkuma qajeelcha kennameetiin, isini'llee akkuma kana raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma marroo qarqaarsa kolbaa Waaqaa ilaalchisee, waan ani wolde'a kiristaana Galaatiya'aatii hime, isinille godha'a.