1 Corinthians 16:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ximootewoos gara keessan yennaa dhufe, akka inni sodaa malee isin woliin tee'u akka gootanu hubadha'a; sababille inni akkuma kiyya hujii Gootta'aa hujaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Timotheoni isaniini bahe, isa bulcha, maro inni akuma anini Aabbo hojad'u hojatuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo Ximotewos isaniin bahe, marroo inniilleen akkuma anin Aabboo hojjadhu hojjatuuf isa bulchaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Ximootewoos isin bira dhufe, inni sodaa malee akka isin woliin taa'u godhaa'a. Inni akkasuma akkuma kiyya hujii Goofta'aa waan hojjatuuf; kanaafuu eennullee akka isa hin tuffanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ximootiwoos isin bira yoo dhufe, inni sodaa malee isin woliin akka taa'u godhaa'a. Akkuma kiyya akkasuma hujii Goofta'aa waan hojjatuuf, kanaafuu eennullee akka isa hin tuffanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ximotewos gara keessan yeroo dhufutti sodaa malee si woliin akka ta'uuf gargaara'aanii, inni'llee akkuma kiyya hujii Goofta'aa ni hojjata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ximootewoos gara keessan yennaa dhufe, akka inni sodaa malee isin woliin tee'u akka gootanu hubadha'a; sababille inni akkuma kiyya hujii Gootta'aa hujaara.