1 Corinthians 16:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokkolle isa hin tuffatin; ammoo akka inni nageyaan gara kiyya deebi'u isa gargaara'a. Deebi'iisa isaa obboleeyyan woliin eegisatti jirra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni isa intufatiini; ammalle woreega isaa tolcha, aka inni imaltu ufi nagayaani deeme gara kiyya deebiu; wonti akanatiifi anini oboleyaani woliini isa eegu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen isa hintufatiin! Ammallee wareega isaa tolchaa, akka innii imaltuu ufi nagayaan deemee gara kiyya deebi'u; wantii akkanaatiif anin obboleeyyaan waliin isa eeguu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo obboleeyyan isaa woliin waan isa eeguuf nagayaan gara kiyya akka dhufu waan imala isaatii ta'uun gargaara'aan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo obboleeyyan isaa woliin waan isa eeguuf, nagayaan gara kiyya akka dhufu, waan imala isaatii ta'uun gargaara'aan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf eennu'llee akka isa hin tuffannee fi inni obboleeyyan woliin gara kiyya akka dhufuuf waan isa eeguuf, gara kiyya nagayaan deebi'ee akka dhufuuf adeemissa isaatiif waan isa barbaachisuun gargaara'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokkolle isa hin tuffatin; ammoo akka inni nageyaan gara kiyya deebi'u isa gargaara'a. Deebi'iisa isaa obboleeyyan woliin eegiisatti jirra.