1 Corinthians 16:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo obboleessa keenna Apholoosiille, akka inni obboleeyyan dhibii woliin dhufee isin ilaaluuf, guddoo isa magannifadhe. Inni ammoo amma dhufiisa hin barbaadu; te'uu malee yoo itti tolte hin dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan oboleesa keenna Apolo: anini guddo iti dubbad'e aka inni oboleyaani d'ibi woliini gara keesani d'aqu, ammo inni ammatana diqole deemu imfed'u. Yo qoomni argate indeema.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma waan obboleessa keenna Apholos, anin guddoo itti dubbadhe, akka innii obboleeyyaan dhibii waliin gara keessan dhaqu, innii ammatana diqqoollee deemuu hinfedhu, ammoo yo qoomii argate indeema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan obboleessa keenna Aphiloosii ammo obboleeyyan isaa woliin gara keessan akka deemuuf guddisee kadheenii ture, Inni ammo amma dhufuu hin barbaadu, yoo toleef ammo hin dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan obboleessa keenna Aphiloosii ammoo obboleeyyan isaa woliin gara keessan akka deemuuf guddisee kadheen ture, Inni ammoo amma dhufuu hin barbaadu, yoo toleef ammoo hin dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleessi keenna Apholos obboleeyyan bira'aa woliin, isin akka laaluuf cimssee kadhadheenii ture, garuu inni amma gara keessan dhufu'uuf hin eeyyaminne, yoo itti toletti garuu ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo obboleessa keenna Apholoosiille, akka inni obboleeyyan dhibii woliin dhufee isin ilaaluuf, guddoo isa magannifadhe. Inni ammoo amma dhufiisa hin barbaadu; te'uu malee yoo itti tolte hin dhufa.