1 Corinthians 16:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan hujjanu mara jaalalan huja'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huji teesani ch'ufa jaalalaani tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hujii teessan cufa jaalalaan hojjadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin biratti wonti maruu jaalalaan haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin biratti wonti maruu jaalalaan haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan raawwattan maraa jaalalaan raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hujjanu mara jaalalaan huja'a.