1 Corinthians 16:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Isxifaanoosii fi maatiin isaa lafa Akaayya'aa keessatti kiristaana jalqabaa akka te'anee fi dhugeeffattoota tajaajiliisaaf akka ifi kennane hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Stefanatiifi worra isaa imbeetani; Kristiani qara lafa Griki keesa worra, ammalle ya huji gumi Waaqaati ufi baasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma obboleeyyan tiyya warrii Isxifaanaas, Akaayyaa keessaa Kiriistaan qaraa akka ta'an inbeettan warra isaa hinbeettan; warrii ammallee ya akka gumii Waaqaatii hojjatu ufi kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Maatiin Isxifaanosii hangafa Akaayiyya'aa akka ta'an woyyootallee tajaajilu'uuf akka uf kennan hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Maatiin Isxifaanosii hangafa Akaayiyya'aa akka ta'an woyyootallee tajaajilu'uuf akka ufi kennan hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Maatii Isxifaanosii biyya Akaayiya'aa titti amanttoota jalqabaa akka ta'anii fi amanttoota tajaajilu'uuf mataa isaanii dabarsanii akka kennan ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isxifaanosii fi maatiin isaa lafa Akaayya'aa keessatti kiristaana jalqabaa akka te'anee fi dhugeeffattoota tajaajiliisaaf akka ifi kennane hin beettan.