1 Corinthians 16:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nageya kana ani Phawuloos harukuma kiyyaan isinii barreesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana anini harkuma kiyyaani t'aafa: Pauloni nagaya isanii d'aama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana anin harkuma kiyyaan barreessa: Phaawulos nagaya isanii dhaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Phaawuloos nagaya kana harkuma kiyyaan barreesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani Phaawuloos nagaya kana harkuma kiyyaan barreesseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani Phaawulos nagaya kana harkuma kiyyaan isiniif barreessee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nageya kana ani Phawuloos harkuma kiyyaan isinii barreesse.