1 Corinthians 16:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka Goottaa hin jaalanne yoo jiraate, ka abaarame te'uu ti! Goottaa keenna koottu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Aabbo injaalanne ch'ufti ha abaaramuuti! Maranatha — Aabbo keenna, kooti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Aabboo hinjaalanne cuftii ha abaaramuutii! “Maaraanaataa!” jechuun “Aabboo keenna, kootti!” jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Gooftaa Yesuus Kiristoosiin hin jaalanne yoo jiraate ka abaarame haa ta'u. Gooftaa keenna koottu!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaa Yesuus Kiristoosiin ka hin jaalanne yoo jiraate, ka abaarame haata'u. Gooftaa keenna koottu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaa ka hin jaalanne yoo jiraate, ka abaarame haa ta'u! Yaa Gooftaa koottu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Goottaa hin jaalanne yoo jiraate, ka abaarame te'uu ti! Goottaa keenna koottu!