1 Corinthians 16:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani yennaa dhufu, worra isin filattaneef xaleyaa geegessa'aa kennee, kennansa isin kennitane gara Yerusaalemii akka geessanuuf hin erga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi anini d'ufe jara isani fohattaniti tatabe kenne, Hori suni Yerusalemu geesa jed'aani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii anin dhufee jara isan foohattanitii ergaa kenne, horii sun Yerusalem geessa jedhaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennuunillee yoo ta'e, worra amanaman namoota isinitti fakkaatan, waan isin arjoomtan san gara Yerusaalemii akka geessan xalayaa itti kennee isaan erga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennuunillee yoo ta'e, worra amanaman namoota isinitti fakkaatan, waan isin arjoomtan san gara Yerusaaleemii akka geessan xalayaa itti kennee isaan erga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo ani gara keessan dhufutti karaa namoota isin filattaniitiin, qarshii wolitti buufttan qabatanii gara Yerusaalemii akka deemaniif, xalayaa gageessituu woliin ni erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa dhufu, worra isin filattaneef xalayaa geegessa'aa kennee, kennansa isin kennitane gara Yerusaalemii akka geessanuuf hin erga.