1 Corinthians 16:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka ani dhaquuf barbaachisaa yoo teete ammoo, isaan na woliin hin dhaqan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anileeni worra woliini deemu male woli yaana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo anin deemuu malee warrilleen na waliin yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ani yoo ka deemuu na woliin deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ani yoo ka deemuu na woliin deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deemuun kiyya'llee barbaachisaa ta'ee yoo argame, ana woliin ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani dhaquuf barbaachisaa yoo teete ammoo, isaan na woliin hin dhaqan.