1 Corinthians 16:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani karaa Meqedooniya'aatiin dhaqiisaaf waan hedeef, biyya Meqedooniya'aa keessa tareen duuba, gara keessan hin dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Makedonia keesa dabre anini gara keesani d'ufa, wonti a akanatiifi anini Makedonia keesa dabru male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan Maqedooniyaa dhaquu yaadeef, yo achi keessa ba'ee dabre gara keessan dhufa, wantii aakkanatiif anin Maqedooniyaa keessa dabru male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa deemu Maqedooniyaa keessa waan lufuuf, gara keessan dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa deemu Maqedooniyaa keessa waan lufuuf, gara keessan dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa Maqedooniya'aatiin deemu'uuf waan karoorffadheef, achiin yoo dabrru karama saniin gara keessaniin ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani karaa Meqedooniya'aatiin dhaqiisaaf waan hedeef, biyya Meqedooniya'aa keessa tareen duuba, gara keessan hin dhufa.