1 Corinthians 16:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gargaarsa addee ani dhaqu maraaf anaa te'u akka anaaf gootanu, ani isin bira hin tura fa'a te'a. Ani ganna guutuulle isin bira turuu dande'a fa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini bara d'aamocha ch'ufa fulla teesani taa, duuba isani woreega naa tolchitani, anini imaltu tiyya deema, fulla deemu fed'u ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin bara dhaamoochaa cufa fulaa teessan taa'aa; anin fulaa deemuu fedhu cufa imaltuu tiyya deemaa, isan duuba wareega naa tolchitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee hulee ani dhaqu maraa deemsa kiyyaaf akka na gargaartan, maal laataa isin bira tura yookaan hin bubbula ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee hulee ani dhaqu maraa, deemsa kiyyaaf akka na gargaartan, maallaataa isin bira tura yookiin hin bubula ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara deemu'llee gara bakka kamiituu adeemissa kiyyaaf ka naa ta'u garggaarssa akka naaf taasfttan, yookiin isin biratti ni tura ta'a, yookiin ji'a ganna'llee isin woliin ni dabarssa ta'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaarsa addee ani dhaqu maraaf naa te'u akka naaf gootanu, ani isin bira hin tura fa'a te'a. Ani ganna guutuulle isin bira turuu dande'a fa'a.