1 Corinthians 16:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma yennaa taru isin dubbisuu hin barbaadu; yoo Goottaan jedhe, yennaa diqqoo dheertuu isin bira akka turu hin addadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga diqa toko ch'alla isani bira tau imfed'u, haga gudda isani woliini tau fed'a, yo Aabbooni jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin haga diqqaa tokko callaa isan bira taa'uu hinfedhu, yo Aabbon jedhee, haga guddaa isan waliin taa'uu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo hennaa karaa saniin lufu isinitti goruu waan hin barbaanneef yoo Gooftaan jedhe haga hennaa dheera'aa isin bira turu'uuf abdii godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo karaa saniin hennaa lufu isinitti goruu waan hin barbaanneef, yoo Gooftaan jedhe bara ta'e isin bira turu'uuf abdii godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
amma yoo dabrru karaa saniin isin laalu'uuf hin barbaadu, fedhii Goofta'aa yoo ta'e yeroo muraasa dheeraa ta'ee isin woliin turu'uuf, abddii ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma yennaa taru isin dubbisuu hin barbaadu; yoo Goottaan jedhe, yennaa diqqoo dheertuu isin bira akka turu hin addadha.