1 Corinthians 16:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haga guyyaa jila Phenxeqoosxe'eetitti ammoo, qachaa Efesoonii keessa hin tura.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo haga guyya Pentekoste arma Efeso keesa tau fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo haga guyyaa Phenxeqostee arma Efesoon keessa taa'u fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Efesoonitti ammo haga Ayyaana shantameesso'oo tura.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Efesoonitti ammoo haga Ayyaana shantamaffa'aa tura.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu haga ayyaana Phenxeqosxe'ee, Efesoonii titti ni tura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga guyyaa jila Phenxeqosxe'eetitti ammoo, qachaa Efesoonii keessa hin tura.