1 Corinthians 16:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Balbalti badhoon bu'aa qabeettiin anaaf bananateerti. Worri ana mormu ammoo heddu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbalti huji jabduuni hojad'u ya armati naa banamte, ato nami naani morku hedduuni jiraatele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo namii naan morku hedduun jiraateellee, balbaltii hujii jabduun hojjadhu ya armaatti naa banamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballi guddaan huji'ii naa banameera; worri na morman ammo heddu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Balbali guddaan huji'ii naa banameera, worri na morman ammoo heddu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Balballi baldhaan hujii baayi'ee ufi keessaa qabu naaf banamee jira, mormittoonni garuu baayi'eewwan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balbalti badhoon bu'aa qabeettiin naaf bananteerti. Worri ana mormu ammoo heddu'u.