1 Corinthians 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo karaa ayyaana ifiitiin dhossaa ifii nutti mudhiseera. Ayyaanni Waaqaa waan duudii, dhossaa Waaqaa ta gadi fago'ootuu hin qorqora.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi d'ossa ufi nuti mullise, Lubbu ufitiini. Lubbuuni waan ch'ufa ilaalti, herega Waaqa ka d'ossa jirule.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo hafuura ufiitiin dhossaa ufi nutti mullise; hafuurii waan cufaa, herrega Waaqaa ka gad fagoo dhossaa jiruuyyuu inlaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Ayyaana ufiitiin wonti gadi fago'oollee uduu hin hafin maraa waan qoruuf, Rabbi karaa Ayyaana ufiitiin nutti uf ibse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Ayyaana ufiitiin wonti gadi fago'oollee uduu hin hafin maraa waan qoruuf, nutti Rabbi karaa Ayyaana ufiitiin uf ibse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'uuf garuu Waaqinni karaa Hafuura isaatiin dhossaa isaa nuuf ibisee jiraa, Hafuurri Waaqaa gad fagoo ka ta'e dhossaan Waaqaa uduu hin hafin, waan maraayyuu ni qorata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo karaa ayyaana ifiitiin dhossaa ifii nutti mudhiseera. Ayyaanni Waaqaa waan duudii, dhossaa Waaqaa ta gadi fago'ootuu hin qorqora.