1 Corinthians 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Ayyaana Waaqa qabu waan duudii qorqora; inni ammoo ifiif eennulle'een hin qorqoramu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Lubbu Waaqa qabu dandae waan ch'ufa gargari imbeekha, ammo nami tokoleeni dandae isa imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hafuura Waaqaa qabu danda'ee waan cufaa gargarii inbeeka, namii tokkolleen ammoo danda'ee isa hinbeeku.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Ayyaana Rabbii qabu ammo maraa qora; inni ammo eennuunuu hin qoramu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Ayyaana Rabbii qabu ammoo, maraa qora; inni ammoo eennuunuu hin qoramu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuura Waaqaa ka qabu garuu waan maraa qorachuu ni danda'a, inni mataa isaa garuu eennuun'llee hin qoratamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Ayyaana Waaqa qabu waan duudii qorqora; inni ammoo ifiif eennulle'een hin qorqoramu.